󾮜Ani eegan jaalallee koo waliin jaalala jalqabee waggoota 9 - TopicsExpress



          

󾮜Ani eegan jaalallee koo waliin jaalala jalqabee waggoota 9 guteen jira. Amma ani biyya biraa irraa fagaadheen jira. Eega ani jaalallee biraa waliin jirachuu isaa dhagayee jennaan gaafadhe. Innoo "dubbii sobaati" jedhe. Ani garuu keessi koo amanuu dadhabe,Jaalalan isaaf qabus gadi buye,Abdiin koo hundi ni bade. Inni "msg naaf ergi naaf bilbili" naan jedha yeroon bilbileef, "qarshii naaf ergi akkas akkas godheen si eegaa" naan jedha maatiin koo hin beekan. Akkan hiriyaa dhiiraayyuu qabu. anis kana ilaaleen dubbiin dhagaye sirrii natti fakkaatteen dhiisuuf jedha. Garuu dhiisus hin dandeenye. Mee maal na gorsitu??? (‘,’)/
Posted on: Fri, 20 Sep 2013 17:59:54 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015