BISHAAN DHAGAA QARA Bishaan yerroo dheera tti , dhagaa jabaa tuu - TopicsExpress



          

BISHAAN DHAGAA QARA Bishaan yerroo dheera tti , dhagaa jabaa tuu kana qara . eega bishaan dhagaa qare . wanti laafaani kuni wani akkana jabaatu (dhagaa) yoo qare, wanti hin dandaayamnee hin jiru jechaa dha . Haa tauu malee diini hidaa biyyaa keenya huumnani qabaatee kunoo waggaa 22 xuuxaatee .kunoo yerroo amma kana keessa tti wanti badee lakoofsani wani qaqaabaamuu mitti. AKKA WARRAABEESSI ISAA HALKAN NAMAA HOJAATEE BEEKA GuYYAA NAMAA DHEENSAA , Waayyaaneeni isaa hojaatee beekti , kanaafuu meeshaa akka tullu tti tulltee ittni biyaa otoo hin tanee ofi eegaa jirti . Ijoolleeni Oromo wari warrana Waayyaanee keessa jirtani yerrooni ummata keessani bukee dhabaachuu tuu isini irraa jira . Akka alaatin habaarraritee boodee reenfii eeshi lafumma . Waayyaaneen kufuu yerroo xino tuu hafee , amma afaani fi funyaani itti dhiyaatee kufuudha . Ijoolleeni Oromo edoo hundaa kan hojaatan , diina irraa fagaachuudhani ummata keessan kisuu barbaachiisaa . WAAYYAANEENI YERROO AMMA AKKA NAMAA WADAROO KOKKEE OFI KAE , BARCUUMMA GUBBA DHABAATEE SOCHOOSUU TTI . waan feee yoo taee inna diini lammi miidhuu garan namaa hin toluu , yoo qalqaaloo Waayyaanee(Opdo) taatee malee . Qalaaloon yoo itti naqaani hin bokkookaa , yoo keessa gaddi garagaalchan keessa hurguufaan walti kabaalammaa jechan akka Waayyaaneeni Opdo hojjaatu . Namn yookan kani itti himan dhagaa yookani ofi fi beeka. kani itti himaani hin dhageenye , kani ofi hin beekne maali godhuu . Oromoni wari GENERAL Turan gatan deeman nutti warri jalaa goota moo lukkna eegna ? Akka BISHAANI LEE DHAGAA QARU SANI NUTTI JABAANE DIINA LAFA KEENYA IRRAA BUQIFNEE BILISUMMAA GONFAANA.Oromon haa bilisommuu
Posted on: Mon, 04 Nov 2013 12:08:03 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015