Egaa yaa lammiko jaarran nurrat dhumte hundeffamni kenya maqaa - TopicsExpress



          

Egaa yaa lammiko jaarran nurrat dhumte hundeffamni kenya maqaa duwwa taate,utuu hin darbiniif akaakilen kenyas lafarra darbite.gadheen nu sossobde garaashe guttatte biyyarra godaante! Wayya yaa lammiko iyyi addunyan nuuf haa birmatu! Maal haa goonu? Nutis akkuma biyya gibira kaffalla garuu tajaajila ummataf tahu meqa argacha jirra.uuu...yaa ummata maaf rafta iyyi dhamsa dabarsi! Akka harree daara kessa gangalatu jirenyi nuti kessa jirru jirenya nutti fakkatemoo...? Bifti lammiko jirenya isa ibsa! Ganna dhoqqe,bona awwaara dhugna.maal nuti maal ballessine! Wayyaneen erga nu bitte maalif...? Wayyo lammiko ANOO cininsifadhen obbafachu dadhabe! Maal haa goonu...?
Posted on: Sun, 24 Nov 2013 19:30:01 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015