Haa baddu waa dhabuun Anis baqataadha Atis bar baqattu - TopicsExpress



          

Haa baddu waa dhabuun Anis baqataadha Atis bar baqattu baqottonni garaa walitti injabaattu hanga humna kiyyaa numan tattaafadhaa waan qooda kiyyas numan argadha Dhabe jette maa na baqattaa waa dhabinsaan namuu wajji hin dhalannee anis jaaladhe isii in fiannee qooda rabbin naa qoode irraa in tuffanne Ardha maalif gargar fagaanne ni beyta Jaalala waliin dabarsinee an hanga ardha wa sin irraanfannee waa jiruu tana waggaa 100 in jiraannee Tanaf jecha malif garaa wal hammesine
Posted on: Wed, 04 Sep 2013 08:56:23 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015