NAMAA HIN LOLEEN DHEENFAA QORCHAA Wanti Oromo saba bira irraa - TopicsExpress



          

NAMAA HIN LOLEEN DHEENFAA QORCHAA Wanti Oromo saba bira irraa wali hin fakkaanee, natti haa baduu natti haa hafuu mee waaqa jeenee lafa jeenee bira darbnaa jedhaa , isaa kana warri eeshiini semitic jedhamtuu kuni , kana akka dadhabii itti ilaalluni Oromo mataa keessa reebaa turani hara sii reebaa jiru . gaddi qaba isaani yoo obsee dadhaabuu biyyaa fagatee gara ARSI YOOKANI GARA BAALEE TTI GODAANAA TUREE. Ani hin qotuu jedhee burreen Ani hin qotuu lafa Sidaamaa Ciqciiqii lafa Sidaamaa yookan birri tti naa caleessii yookani Baalee tti naqaajeelchii Burree gudda gafaa dhedheeruu Baalee tti galla naa durra beenuu Akkanatti seena siirban biyyaa bauu turee. hara moo rakkoon ummata hin baayatee malee hin xinanee. Amma TRADE MARK FOR SEMITICS THE SO CALLED ETHIOPIA jiru tti . kooraa ittini Oromo yaabatan Itoophiyaan . Oromo fi darbaan soba maali fi yoo jedhee ? Hawaala Oromo gubba tti ijaaraamee Ethiopian kuni. Kani Ethiopia kana ijaaree warra semitic yoo taee , kani ijaaraamee fi isaan fi malee Oromo fi mitti . ETHIOPIAN OROMODHA KANI ABBAA AJJEESSE ILMA TTI DARBUU . Ethiopia jechani balbaalaa Oromo cuufaa malee jiru, kani abban argee seene namaa ajjeessu namaa saamu namaa hidhuu, isaa kana hojaatee kani hin gafaatamnee . otoo trade mark kuni jirachuu baatee hara WAAYYAANEEN seeraa bosonaa baasse akkanatti ijoollee Oromo lafa irraa hin dugugguu turee . duran dursee Ethiopian kani dhabaatee fi lafa Oromo irraa fudhaachuudha .Oromo akka hafaa tti irraa deemudha dhabaatee malee dhimma Oromo fi mitti . Warri Semitic kuni yoo lafa Oromo harka isaa nitti yoo baayee , jireenyii isaani gaafi jalaa tti waan kufuu fi halkan guyyaa qabsoo godhuu akka harka isaa nitti hin baanee (lafti Oromo).Kanaafuu namaa gurraachaa jedhani siirba sirbuu .AKKA MIEEFAATAN MIIDHANI WARRA SODDAA LIQEEFAATA. AANGOO OROMO KENUU HIN BARBAADAN . AKKA WAAN OFI TTI QULLAA KAuu jedhan. Trade mark (Ethiopia)isaan dhifnee OROMIYAA keenya jabaanee ijaaruu nura jira . kani warra semitic daandiini , daandii daljeessa tti , gonkii isaa QALLAADHA . DHUGAAN KEENYA HIN MOONA.
Posted on: Mon, 25 Nov 2013 20:46:19 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015