Tuqaa(spy,gurra hotuu, salaayi) Tuqaani akka malee gadheedha - TopicsExpress



          

Tuqaa(spy,gurra hotuu, salaayi) Tuqaani akka malee gadheedha maaliffi Yoo Jeenee ? Sirnii Waayyaanee kani waggaa 22 ture fi isaa Tuqaa baayee biyyatti Galakisee fi. Yerroo amma Inna Waayyaanee rakkoon kookee qaqaabee harkan hoomachaa qabaataa akka wani isaa baassu kanaafuu Tuqaa baayee ummata Oromo wallakaatti waan gadhiisaan fi sodaa otoo hin taanee ofi eegu nurra jira .wanti tuqaan gadhee taee maalifi yoo jeenee ? waan inni hojaate ( lafa qotee) argu yoo taee malee yerroo qotuu arguun rakkiisaadha jeechan tuqaan eedoo tti biyoo oli tuqee yoo barbaade achiitti hin argtuu waan lafa jalaa deemuuf . warri spy Waayyaanee kana sii arguun baayee rakkiisaadha isaa dhooksaan hojaatan fuu . kani ilma Oromo tti gammee spy ( tuqaa) waan lafa jalaa akka tuqaa deemaan harka wayyaa jalaatiin Oromo ajjeessa jiru kanaafuu Qorichii Tuqaa 1) ulee qaldhaa 2) muka jaanxilaa siibila tokko 3)shookoonataa 4) ifaatee 5) fooyaa qaloo (rope) Kana shanani harka dhabu nurra hin jiru. Kuni shanan walti kiyoo Tuqaa tauu. Kanaafuu kana shanan harka hin dhabnuu . Yoo tuqaa kiyoon qabnee. Qoondaalla Waayyaanee qabuuni nu rakkissu . Ijoollee keenya hin jabaana diini akka huurii daftee haa badu .Oromon haa bilisomuu .
Posted on: Thu, 17 Oct 2013 18:07:23 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015