Xalayaa freendiin gariin wal kataban. Gaafa tokko freendii isaa - TopicsExpress



          

Xalayaa freendiin gariin wal kataban. Gaafa tokko freendii isaa takkaaf xalayaa katabuuf qalama as fudhate. "Yaa jaalatee tiyya qashxii Ani sin jaaladha. An si argu malee Hin nyaadhu, Hin dhuguu, Hin rafu. Yaa bareedduu tiyya si bira dhufuuf gaara, lagaa fii ibiddi nan daangeesu. Si bira dhufuuf Qawween na ajjeesan Hin soodadhu, dhufeetuma si argee waan fedhe haa tahu. Yaa jaalalee tiyya qashxii arra wannin hafeef #Xiqqorobaa jira. Sin jaaladha. I love u" #miskiinFreendii xalayaa akkanaa Kan dubbiftee freendiin isaa yoo booche mee maal jettan? #kijibaFreendii Namni ganda kee dhufee kabajaan sin fuune hundi freendii kijibaati.
Posted on: Mon, 02 Sep 2013 20:27:06 +0000

Trending Topics



>
JOBS.........JOBS..........and JOBS for Agri Graduates Job Title
Why do you need to promote your business on social
margin-left:0px; min-height:30px;"> My cousin is just 16 years old, but hes been wearing glasses

Recently Viewed Topics




© 2015