as wr wb? Akkam bultan? Hubachiisa shamarran muslimaa hundaaf: - TopicsExpress



          

as wr wb? Akkam bultan? Hubachiisa shamarran muslimaa hundaaf: wallaah yoo rabbin beeytan ykn sodaattan suuraa keessan gad lakkisinaa wallah yaa haraam!! Ammarrraa kunoo nama suuraa of i profile irratti kaayaten hiriyaa ta,uun barbaadu kunoo blok godhuv fedha dhifama waliin isinis blok na godhaa. Sababni nama suuraa gad lakkisu yoo argu onnen tiyya na dallanti pls shamarran ra Rabbin sodaadha sura kessan profile irran kaayinaa Maaltu si gaye yoo nan jettan obolumma muslimumattu na rakkise Yoon dogongore fi balleese dhiifama??
Posted on: Sat, 19 Oct 2013 06:12:06 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015