qeelam wallaggaa Qoqqoodama Oromoo Ummani Oromoo bakka - TopicsExpress



          

qeelam wallaggaa Qoqqoodama Oromoo Ummani Oromoo bakka kudha lamatti adda baha. Bakka dhiha baha irra eegalee hanga bahaatti tuutni kun: Ummani Wallaggaa ummata naannawa dhihaa jiraatu ummanni kun naannawa bishaanii jiraatan; Oromoo Maccaa - Laga Dhedheessaa fi Laga Oomoo gidduu, kibba Laga Gibee jiraatu. Oromoo Tuulamaa - Handhuura Oromiyaa naannoo Finfinnee jiraatu; Oromoo Walloo - gara Kaabaa naannoo Amaaraa godina addaa Oromiyaa, naannoo Hara Ashangee, jiraatu; Oromoo Raayyaa fi Oromoo Yajjuu jedhamu Oromoo Ituu, nannoo Oromiyaa keessa Laga Hawaas fi magaalaa Dirre Dhawaa jiraatu; Oromoo Anniyyaa - kibba warra Ituu fi dhiha Laga Erer jiraatu; Ala Oromoo - magaalaa Harar fi Laga Erer dhihatti, warra Ituu fi Anniyyaa gidduu jiraatu; Oromoo Nole - magaalaa Dirree Dhawaa bahatti kaaba magaalaa Harar; Oromoo Baabbilee - qaama Oromoo bahaa yoo taan, baha Laga Erer fi kibba Oromoo Bahaa jiraatu Oromoo Jaarsoo - Harargee Bahaa gara bahaatti; Oromoo Arsii - godinaalee Arsii, Baalee fi haga tokko Shawaa Bahaa keessa jiraatu. Oromoo Booranaa - Kibba Oromiyaa fi kaaba Keeniyaa jiraatu. Warra Qaalluu - Laga Hawaas fi magaalaa Dirre Dhawaa gidduu jiraatu. Oromoo Gujii - qaama Oromoo Kibba jiraatuu yoo taan, ollaa Oromoo Booranaa jiraatu. Oromoo Beekkamoo Amaan Hedatoo - political activist and new singer Abbabaa Abbishuu - sabboonaa (political activist) fi weellisaa beekkamaa Abbaaduulaa Gammadaa - Perezidaantii naannoo Oromiyaa afraffaa fi hogganaa Dh.D.U.O Abbaas Hajii Ganamoo - Pirofeesara Yuunivarsiitii Toroontoo, Barreessaa seenaa waaee ummata Arsii barreesse Mootii Abbaa Jifaar II - Jimmaa fi naannoo ishee bulchaa ture. Abdiisaa Aagaa - Escapee from Italian prison and leader of a squad for the Allies during WWII Hon. Abdiisaa Yaadataa Mullataa - Ministeera Dargaggoo fi Ispoortii Itoophiyaa Abdulkariim Ibraahim Hamiid (Jaarraa Abbaa Gadaa) - Hundeessitooota ABO keessaa isa tokko kan taeefi hoogganaa Front for Democratic Oromia (FDO) Dr. Abdulsamad M. Yusuuf - barreessaa seerluga Afaan Oromoo fi seerluga Oromoorratti nama beeka Raas Abbabaa Aragaay, Jeneraala qubattoota Xaaliyaanii lolan (1930 keessa) Abbabaa Biqilaa - Olimpikii irratti Afrikaa fi Itoophiyaa keessaa madaaliyaa warqee badhaafamuun isa kan jalqabaa (maraatoonii miila duwwaa/qullaa fiiguun) Abbabaa Kabbadaa - Wellisaa beekkamaa bara 1980n keessaa Abbabaa Tasammaa - Wellisaa beekkamaa Abiyyuu Galataa - geggeessaa ABO Abubaker Usman Oda (Sheikh Bakri Saphalo) - Sabboonaa Oromoo fi hayyuu Musliimaa; Qubee Afaan Oromoo boce. Hon. Adaanech Abbabee Dessa - Secrateray General of (HPR)House of Peolples Representative Colonel Alamuu Qixxeessaa - Hundeessaa fi hoogganaa dhaaba Maccaa fi Tuulamaa Alii Birraa - Wallisaa beekamaa fi sabboonaa Ras Alii II kan Yejju - Enderase or Regent of the Ethiopian Emperor, and effectively the ruler of Ethiopia Amaan Kadir Kamsaree - Hayyuu Oromoo fi warra Front for Independence of Oromia hundeessan keessaa tokko Asaffaa Jaalataa - barreessaa fi piroofeesara Ayyaanaa Birruu - taayeppiraayiterii (typewriter) Amaariffaa kan yeroo jalqabaaf uume/tolche Baaroo Tumsaa - warra ABO hundeessan keessaa tokko. Sheek Bakrii Saphalloo - hayyuu fi ogeessa walaloo. Sirna barreeffama Qubee Afaan Oromoo kan boce. Dejazmach Baalchaa Abbaa Nafsoo - Jeneraala Itoophiyaa Waraana Aduwaa hooggane. Badri Kabira Mahaammad - hundeessaa Saphalo Foundationii Biraanee Adaree- won the IAAF World Half Marathon Championships Boruu Sheekoo Baatii- Regional leader Hon. Bulchaa Dammaqsaa Sanbatoo- hoogganaa WFDO OFDM miseensa paarlaamaa, Daawud Ibsaa Ayyaanaa - Hoogganaa ABO Daraartuu Tulluu - atileetii fiigicha dheeraa fi Olompiikii irratti warqee kan mooatte Dubbaalee Jaallee- Hoogganaa Baankii Biyyoolessaa Itoophiyaa Dubba Gololcha - Regional leader Eebbisaa Addunyaa - wallisaa jaallatamaa fi sabboonaa Professor Efreem Isaaq - Pirofeesarii fi barreessaa afaan hedduun barreessu Elemoo Qilxuu - Goota goototaa (goota gootarra caalu). Nama jalqaba waaee Oromoof jedhee waraana bane/lole jedhameet beekkama. Hon. Faantaayee Gazzaany Urgeessaa- Deputy Chairperson of the Ethiopian Legal & Adminiistration Affairs Committee Faaxumaa Roobaa - Long Distance runner and 1996 marathon winner. Gadaa Gammadaa - warra ABO hundeessan keessaa tokko. Guutamaa Hawaas - Gootaa harka Wayyaaneetti kennachuu diddee of wareege Hon. Fatiyaa Yasuuf Mumed- Deputy Chairperson of the Ethiopian Capacity Building Affairs Committee Galaasaa Dilboo - Hoogganaa ABO Geexee Waamii - atileetii fiigicha Qaxxaamura Biyyaa fi Tiraakiirraa Hon. Girmaa Birruu Gadaa- Ministeera Daldalaa fi Industirii Itoophiyaa Hon. Giiftii Abbaasiyyaa Abbaabulguu - Durabuutuu Koree Dhimma Dubartoota Itoophiyaa Guddinaa Tumsaa - Luba, dura taaa Waldaa Makkaana Yesuus Itoophiyaa fi sabboonaa Oromoo Guyyoo Dhaabasaa - hayyuu gadaa Hayilee Gabrasillassee - mootii fiigicha dheeraa fi Maraatoonii. Haayila Maariyaam Gammadaa - Dhaaba Maccaa fi Tuulamaa kan hundeesse. Haayiluu kitaabaa- WallistootaOromoo daran jaallataman keessaa tokko kan tae. Hasan Alii - Pirezidaantii naannoo Oromiyaa isa jalqabaa. Hordofaa Guyyaasaa - barreessaa(author) Ibsaa Guutamaa - Ministeera Barnootaa Itoophiyaa kan duraanii Ibsaa Sisaay - barreessaa (author) Jamaal Roobalee maqaa biraan Guutamaa Hawaas - warra ABO hundeessan keessaa tokko. Hon. Kabbadaa Abarraa Oddoo - Chairman of the Ethiopian Trade & Industry Affairs Committee General Kamaal Galchuu - jeneraala Itoophiyaa kan duraanii Junaddiin Saaddoo - pirezidaanttii naannoo Oromiyaa sadaffaa (2001-2005) Qananiisaa Baqqalaa - atileetii beekkamaa fiigicha dheeraa Kumaa Dammaqsaa - Pirezidaantii naannoo Oromiyaa lammaffaa 1995-2001)kan tureefi amma kantiibaa magaalaa Finfinnee Kuwee Maarta Kumsaa - acclaimed journalist and imprisoned professor Laggasaa Abdii - wallisaa fi taphataa ximboo (masiinqoo) Leencoo Lataa - hoogganaa ABO, injineera, ogeessa siyaasaa,barreessaa Legaba Baqqalaa Hordofaa Cangaree – Responsible for the Royal Palace (Gibbi) Leencoo Baatii - Miseensa ABO Maammoo Mazammir- Miseensa Waldaa Maccaa fi Tuulamaa Maammoo Waldee - Ethiopian long-distance runner, winner of the marathon at the 1968 Summer Olympics Dr. Mararaa Guddinaa - author and professor, OFC (ONC + OFDM) opposition party executive member, Ethiopian parliamentarian Merkuriyaa Bulcha - barreessaa fi pirofeesara Hon. Ambassadar Mahaammad Alii Ibraahim - Chairman of the Ethiopian Foreign, Defense & Security Affairs Committee Sheikh Mahaammad Rashaad Abdullee - Hayyuu Musliimaa Quraana Afaan Oromootti hiike. Mahaammad Hasan Alii - professor of history at Georgia University and one of the most prolific writers on Oromo history Mulis Abbaa gadaa = sabboonaa beekamaa fi warra Loltuu Bilisumma Oromoo hundeessan keessaa tokko Nadhii Gammadaa - warra ABO hundeessan keessaa tokko. Hon. Dr. Nagaasoo Gidaadaa Soolan- Pirezidaantii Itoophiyaa durii fi miseensa paarlaamaa Nuho Mahaammad Goobanaa - weellistoota Oromoo ciccimoo keessaa tokko Omar Suleyman - Legend Oromo Artist and Nationalist Onesimoos Nasiib - lallabaa wangeelaa fi Kitaaba Qululluu Afaan Oromootti kan hiike Qamar Yusuuf - Wallissaa sirba aadda Oromoo, abbaa Shaggoyyee jedhamuun beekkama Hon. Shifarraa Jaarsoo Tedecha - EPRDF government minister (chief) Hon. Sofiyaan Ahimad Bakar - Ethiopian Minister of Finance & Economic Development Qurquji Simboo - renowned Oromo vocalist and Oromo nationalism advocator Ramadaan Huseen Khaliil - First oromo libration fighter Tafarii Bantii - pirezidaantii Itoophiyaa kan durii Tasfaayee Jaallee Geche- Dura taaa Waajjira Barnoota godina Shawaa Dhihaa kan duraanii Xilaahun Gassassee - Wellisaa Itoophiyaa guddicha Dr. Xilaahun Gamtaa - Hayyuu Afaan Oromoo fi nama galmee jechootaa Afaan Oromoo Ingiliffatti hiikuu kan jechoota baayyee qabatu barreesse Gen. Taaddasaa Birruu - Niilsen Maandellaa kan leenjise,abbaa qabsoo ykn sabboonummaaOromoo goota Itoophiyaa hoogganaa humna darbatamaa Dr. Tashoomaa Sooromsaa - barreessaa fi piroofeesara Xurunash Dibaabaa - atileetii beekkamtuu fiigicha dheeraa Umar Suleeman - wallisaa beekkamaa Gen. Waaqoo Guutuu - geggeessaa United Liberation Forces of Oromia (ULFO) Hon. Warqinee Gabayyoo Nagawoo - Komishinerii Poolisii Federaalaa Itoophiyaa Lij Yilmaa Dheeressaa Amantuu - Minister of Finance, Commerce & Industry and Foreign Affairs in Emperor Haile Selassies cabinet; economist; historian; and, celebrated wit. Author of Ye Ityopia Tarik be Asrasideste Naw Kifle Zemen. Ibsaa Eebbaa Fayyisaa - warra ABO hundeessan keessaa tokko, qindeessaa, barreessaa fi Injinera Girmaa Gooroo Gonfaa - Qoataa fi Barsiisaa Hayilee Fidaa - hundeessaa dhaaba siyaasaa MEISON. Fiqiruu Darajjee Gammachuu- qabsoo fincila diddaa garbummaa barattootaa keessatti nama gaee guddaa taphataa ture Bulchiinsa Oromoon waggaa dheeran duraa jalqabee sirna Gadaatin bulaa ture. Sirni Gadaa sirna dimokiraatawaa kan ammaa wajjin kan wal fakkaatu yoo tau, aangoo waggaa saddeetitti wal harkaa fuudhama. References Read in another language This pa
Posted on: Sun, 24 Nov 2013 09:13:08 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015